OffiDocs productivity tools
EnglishFrenchGermanSpanish
menu option
UptoPlay favicon

UptoPlay favicon


Hiibboo Deebii Waliin play online

Play Hiibboo Deebii Waliin APK

Hiibboo Deebii Waliin

The official app & game

Distributed by UptoPlay

 

Play Online

SCREENSHOTS

DESCRIPTION

Use UptoPlay to play online the game Hiibboo Deebii Waliin.

Hiibboon Afoola (Dabaree Seenaa) Oromoo keessaa tokko.

Taphni kun bifa gaaffiifi deebiin kan taphatamu yoo ta'u yeroo baay'ee kan taphatamuus galgala erga loon galanii booda hanaga saaatiin hirriibaa gahuu ibidda maddii taaaniiti.

Seerota tapha kanaa keessaa inni tokko kan nama lamaan (gaafataa fi gaafatamaa) taphatamu tauu isaati. Namooti lameen gaafataa fi gaafatamaa erga taan booda gaafataan gaaffii isaa dhiyeessa. Namni gaafatamu sunis wantoota deebii itti fakkaatan maqaa dhahuun deebisuf yaalii godha. Yoo deebii sirritti argate gaafataan beekte ykn argatte jadheenii bakka wal-jijjiirun, jachuunis inni gaafataa ture gaafatamaa taun fi inni gaafatamaa ture gaafataa taun tapha isaanii itti fufu.




Enjoy with UptoPlay the online game Hiibboo Deebii Waliin.

ADDITIONAL INFORMATION

Developer: K Technologies

Genre: Entertainment

App version: 3.0

App size: 4.8M

Comments:

That. Is. Good

Page navigation: