Herrega Zakaa
![Play Herrega Zakaa APK Play Herrega Zakaa APK](/imagescropped/herregazakaaicon128.jpgplus.webp)
Herrega Zakaa
The official app & game
Distributed by UptoPlay
SCREENSHOTS
DESCRIPTION
Use UptoPlay to play online the game Herrega Zakaa.
Karaa salpaan zakaa keessan herreguu yoo barbaaddan, appilikeeshinii Herrega Zakaa kana fayyadamuu dandeysu.
Zakaan dirqama nama muslimaa kan qabeenyi isaa gatii Dahaba (Gold) giraama 85 gahu qabu hundaati.
Buaan appilikeeshinii kana fayyadamuun argachuu dandeysan:
-Maallaqa qabdurraa zakaaf meeqa baasuu akka qabdu beekuuf
-Dahaba (Ziqaya) fi Meeta (Qarshii) qabdurraa zakaaf meeqa baasuu akka qabdu beekuufi
-Barnoota garaa garaa kan zakaan walqabate karaa salpaatti barachuufi.
Appilikeeshinii Herrega Zakaa kan qoppeyse dhaabbata Milkii Boruu
zakaan walqabatee barnoota (gaafii fi deebisaa) kan qoppeyse Sh Asaboot (Mahammad Ali).
Enjoy with UptoPlay the online game Herrega Zakaa.
ADDITIONAL INFORMATION
Developer: Milkii Boruu
Page navigation: